Tamsaasa Kallatti:

Ministirri muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahiim Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawattan

Sadaasa 10/2018(TOI)-Ministirri Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahiim Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawattaniiiru.

Ministirri muummee Maaleezyiyaa Daatoo Seerii Anwaar Ibraahim Yaadannoo Injifannoo Adwaa ibsituu aadaa boonsaa ummata gurraacha hundaa kan ta’e daawwachuu isaanii Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ibsaniiru.

Turtii Ministirri Muummee Maaleeyhiyaa Finfinneetti taasisan bu’aa qabeessa akka ta’u aadde Adaanech Abeebeen hawwii isaanii ibsaniiru.

 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015