Tamsaasa Kallatti:

Piriimar liigii dubartootaatiin magaalaan Adaamaa milkaa’eera

Sadaasa 4/2018(TOI)-Sagantaa turban jahaffaa piriimar liigii dubartootaa Itiyoophiyaatiin magalaan Adaamaa kutaa magaalaa Boolee 2 fi 1’n mo’ateera.

Qabxii kanarratti hundaa’uun magaalaan Adaamaa tapha liigichaatiin yeroo lama yoo mo’atu kutaan magaalaa Boolee yeroo afur mo’ameera.

Tapha guyyaa gaggeeffameen Machaal Buna Yirgaa Caffee 1 fi 0’n mo’ateera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015