Tamsaasa Kallatti:

Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad du’a piroofeesar Laphisoo  Ge Delebotti gadda itti dhaga’ame ibsan

Onkoloolessa 30/2018(TOI)- Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad du’a piroofeesar Laphisoo  Ge Delebotti gadda itti dhaga’ame ibsaniru.

Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ergaa gaddaa dabasaniin hayyuun seenaa piroofeesar Laaphisoo Ge Delleboo waldhaanamaa turanii du’aan boqochuusaanii gadda guddaanan dhagahe jedhsaniiru.

Lubbuunsaanii jannata akka galu, maatiisaanii fi firoottansaniif jajjabinan hawwa jedhaniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015