Dameelee badhaadhinni waan hin oolle ta’uu mirkaneessan keessaa tokko qonna-Itti aanaa ministira muummere Tamasgeen Xurunaa - ENA Afaan Oromoo
Dameelee badhaadhinni waan hin oolle ta’uu mirkaneessan keessaa tokko qonna-Itti aanaa ministira muummere Tamasgeen Xurunaa
Onkoloolessa 19/2018(TOI)- Dameelee badhaadhinni waan hin oolle ta’uu mirkaneessan keessaa tokko qonna waan ta’eef hojiileen eegalaman cimanii itti fufuusaanii naannoo Oromiyaangodina Shawaa bahaatti argineerra jedhan Itti aanaan ministira muummere Tamasgeen Xurunaa.
Itti aanaan ministira muummee, sagantaa Qamadii gannaa walitti qabuu fi jalqabsiisa Qamadii gannaa naannoo Oromiyaa godina Shawaa bahaatti gaggeeffamaa jiru irratti argamuusaanii ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniirratti barreessaniin eeraniiru.
Haala Kanaan dameelee badhaadhinni waan hin oolle ta’uu mirkaneessan keessaa tokko qonna waan ta’eef hojiileen eegalaman cimanii itti fufuusaanii arguusaanii ibsaniiru.