Manni marichaa mooshinii deeggarsaa dhihaateef raggaaseera - ENA Afaan Oromoo
Manni marichaa mooshinii deeggarsaa dhihaateef raggaaseera
Onkoloolessa 18/2018(TOI)-Manni maree bakka bu’oota ummataa mooshinii deeggarsaa kallattii xiyyeeffannoo mootummaa bara 2018 Fulbaana 26 bara 2018 pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseen dhihaate raggaaseera.
Manni maree bakka bu’oota ummataa 6ffaa bara hojii 5ffaa har’a bakka ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad argamanitti walgahii idilee lammaffaa taa’eera.
Mooshinii pirezidaant taayyeen dhihaate ka’umsa godhachuun gaaffilee fi yaanni garagaraa miseensota mana mareerraa kan ka’an yoo ta’u ministirri muummee deebii fi ibsa kennaniiru.
Manni marees mooshinii deeggarsaa dhihaateef raggaaseera.