Walgahiin idilee lammaffaa manna maree bakka bu’oota ummataa ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad bakka argamanitti gaggeeffamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Walgahiin idilee lammaffaa manna maree bakka bu’oota ummataa ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad bakka argamanitti gaggeeffamaa jira
Onkoloolessa 18/2018 (TOI)- Walgahiin idilee lammaffaa bara hojii 5ffaa manna maree bakka bu’oota ummataa ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad bakka argamanitti gaggeeffamaa jira.
Wal gahii idilee Kanaan Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee Fulbaana 26 bara 2018 dubbii baniinsaa wal gahii waloo mana maree bakka bu’oota ummataa fi mana maree federeeshiniif taasisan ilaalchisee gaaffilee miseensota mana mareerraa dhihaatan irratti ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad deebii fi ibsa nitaasisu.
Kana hordofuun manni marichaa ejjennoo mootummaa dhaggeeffachuun mooshinii deeggarsaa niraggaasa jedhameetu eegama.