Tamsaasa Kallatti:

Guyyaan raayyaa ittisaa 118ffaan kabajamaa jira

Onkoloolessa 15/2018(TOI)- Guyyaan raayyaa ittisaa Itiyoophiyaa 118ffaan mata duree “Biyya eenyuyyuu itti hinbuune raayyaa eenyuyyuu hin dandeenye” jedhuun kabajamaa jira.

Itaamaajoor shuumiin walii gala humnoota waraanaa Fiildi maarshaal Birhaanuu Juulaa, ministirri ittisaa Injiinar Ayishaa Mahaammad qondaaltonni jeneraalonni, hooggantoonni mootummaa olaanoon, attssheewwan loltuu biyyoota garagaraa, miseensonni raayyaa kabajaa,keessummoonni waamamanii fi miseensonni rayyaa sirna kabajaa kanarratti hirmaachuusaanii EBC’n gabaaseer.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015