Tapha Liigichaan Faasil Kanamaan yoo injifatu Magaalaan Shaggarii fi magaalaan Adaamaa wal qixa bahaniiru - ENA Afaan Oromoo
Tapha Liigichaan Faasil Kanamaan yoo injifatu Magaalaan Shaggarii fi magaalaan Adaamaa wal qixa bahaniiru

Onkoloolessa 13/2018 (TOI)-Sagantaa Priimer Liigii Itiyoophiyaa turban lammaffaa taphoonni guyyaa jalqabaa itti fufaniiru.
Tapha Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Hawaasaatti gaggeeffameen Faasil Kanamaan Yuunivarsiitii Walwaalloo Addigiraat 2 fi 0’n mo’ateera.
Barakat Gizaawu fi Abeenezer Yohaannis galchlii garichi ittiin mo’ate a galchaniiru.
Faasi Kanamaan tapha liigichaan injifannoo jalqabaa galmeessiseera.
Tapha Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Magaalaan Shaggar fi magaalaan Adaamaa galchii malee walqixa bahaniiru.
Yeroo kanatti Walaayittaa Diichaan Magaalaa Dirree Dawaa waliin taphachaa jiru.