Sirni gaggeessaa reeffaa dursaa Muftii Hajjii Umar Idriis gaggeeffamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Sirni gaggeessaa reeffaa dursaa Muftii Hajjii Umar Idriis gaggeeffamaa jira

Onkoloolessa 10/2018 (TOI)- Sirni gaggeessaa reeffaa dursaa Muftii Hajjii Umar Idriis gara masjiida Nuuritti gaggeeffamaa jira.
Sirni gaggeessaa reeffaa gaggeeffamaa kan jiru, mana jireenyaa keessa jiraachaa turan Laanchaa irraa gara Piyaassaa Masjiida Nuuritti.
Pirezidaantii mana maree waliigalaa dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa kan turan dursaan Muftii Hajjii Umaar Idriis kaleessa addunyaa kanarraa du’aan boqochuunsaanii nibeekama.