Tamsaasa Kallatti:

Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee dammaqinaan kabajamee xumurame

Fulbaana 24/2018(TOI)- Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee dammaqinaan kabajamee xumuramuusaa poolisiin beeksise.

Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee hirmaattonni hedduun, sabaa fi sablammoonni addaddaa, hooggantoonni mootummaa, lammiileen biyya alaa fi tuuristoonni irratti argaman mata duree “Irreechi Bayyanachuu Biyyaaf” jedhuun kabajame milkaa’inaan xumuramuusaa qajeelchi waliigalaa poolisii Finfinnee beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015