Tamsaasa Kallatti:

Bataskaanni kaatolikii Itiyoophiyaa ayyaana masqalaa sirnoota amantaa garagaraan kabajaa jirti

Fulbaana 16/2018(TOI)- Bataskaanni kaatolikii Itiyoophiyaa ayyaana masqalaa sirnoota amantaa garagaraan mana qulqullummaa bataskaana Laazaaristii Tsiyoon Maaramitti kabajaa jirti.


 

Bataskaanni Kaatolikii Itiyoophyaa ayyaana Masqalaa bara 2018 sirnoota amantaa garagaraan mana qulqullummaa bataskaana Laazaaristii Tsiyoon Maaramitti kabajaa jirti.


 

Abbootiin amantaa fi hordoftoonni amantichaa ayyaana kanarratti kan argaman yoo ta’u faaruuwwan garagaraa fi lallabni wangeelaa dhihaachaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015