Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaate Finfinnee gale - ENA Afaan Oromoo
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaate Finfinnee gale

Fulbaana13/2018(TOI):- Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaate Finfinnee galeera.
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Jaappaan Tookiyootti Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaate Buufata Xiyyaarraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahan Ministira Aadaa fi Ispoortii Shawwit Shaankaa dabalatee hoggantoonni biroon simannaa taassisaniru.