Tamsaasa Kallatti:

Hidhi haaromsaa xumuramuu sababeeffachuun naannoo Oromiyaatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira

Fulbaana 07/2018(TOI) Hidhi haaromsaa tiyoophiyaa guddichi xumuramuu sababeeffachuun naannoo Oromiyaa magaalaa Shaggar dabalatee naannawoota naannichaa garagaraatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira.

Hiriirri deeggarsaa mata duree  ‘gamtaan dandeenyeerra’ jedhuun gaggeeffamaa jirurratti kutaaleen hawaasaa garagaraa carraaqqii mootummaan badhaadhina Itiyoophiyaa dhugoomsuuf taasisuuf deeggarsasaanii ibsaa jiru.

 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015