Tamsaasa Kallatti:

Hiriirri deggersaa gammachuu milkaa'ina Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa Laga Abbayyaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa jira.

Fulbaana 07/2017(TOI)-Hiriira deggersaa kanarratti Afyaa'ii Caffee Oromiyaa aadde Sa'aadaa Abdurahmaan dabalatee Pirezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii fi hoggantoonni sadarkaan jiran hirmaataa jiru.

Jiraattonni Magaalaa Asallaa fi Aanaalee Godina Arsiirraa hirmaatanis agarsiisa garaagaraan gammachuusaanii ibsataa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015