Hiriirri deeggarsa Uummataa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

 

Fulbaana 04/2018 (TOI)- Hidhi Haaromsaa Itiyoophiyaa guddichi xumuramuu sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa ummataa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Ergaawwan “waltaanee dandeenyeerra” jedhanii fi kanneen biroon hiriira deeggarsaarratti darbaa jiru.

Hidhi haromsaa Itiyoophjiyaa guddichi Qaammee 4 bara 2017 Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimadiin eebbifamuunsaa ni yaadatama.


 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015