Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan Atileet Gudaaf Tsaggaayiin meedaaliyaa jalqabaa argatte

Fulbaana  03/2018 (TOI)- Atileet Gudaaf Tsaggaayi Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan meetira 10000 xumuraatiin meedaaliyaa Naasaa argamsiifteetti.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015