Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun kantiibaa Adaanech Abeebee kutaalee hawaasaa garagaraaf maddii qoodan - ENA Afaan Oromoo
Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun kantiibaa Adaanech Abeebee kutaalee hawaasaa garagaraaf maddii qoodan

Fulbaana 01/2018 (TOI)- Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee kutaalee hawaasaa garagaraaf maddii qoodaniiru.
Kantiibaa Adaanech Abeebee harka qalleeyyii nama isaan kunuunsu, isaan deeggaru hinqabne, manguddoota biyyaaf oolmaa oolan, qaama miidhamtootaa fi lammiilee rakkoo hawaasaa garagaraaf miidhamaniif jiddugaleessa soorataa 26 keessatti maaddii qoodaniiru.