Ejjennoon guddina Ardiif qabnu chichee itti nifufa-ministira muummee Dr. Abiyyi Ahimad - ENA Afaan Oromoo
Ejjennoon guddina Ardiif qabnu chichee itti nifufa-ministira muummee Dr. Abiyyi Ahimad

Qaammee 2/2017(TOI)- Ejjennoon guddina Ardiif qabnu chichee itti nifufa jedhan ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad.
Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad yaa’iin AfriikaaKariikoom cinaatti pirezidaantii rippaabiliikii Angoolaa fi dura taa’aa gamtaa Afriikaa kan yeroo Ju’aawoo Looreenchoo waliin mari’ataniiru.
Marii kanaanis dhimmoota gamlamee fi riijinii dhimmoota waloorratti hundaa’anirratti mari’anneerra jechuun fuula marsariitiisaaniirratti beeksisaniiru.
Ejjennoon guddina Ardiif qabnu cichee itti fufa jechuun mirkaneessaniiru.