Guyyaan gamtoominaa mata duree “sabdaneessummaan faayaa fi human Itiyoophiyaati” jedhuun jedhuun Dirree Dawaatti kabajamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Guyyaan gamtoominaa mata duree “sabdaneessummaan faayaa fi human Itiyoophiyaati” jedhuun jedhuun Dirree Dawaatti kabajamaa jira

Qaammee 2/2017(TOI Guyyaan gamtoominaa mata duree “sabdaneessummaan faayaa fi human Itiyoophiyaati” jedhuun Dirree Dawaatti taateewwan garagaraan kabajamaa jira
Guyyaan klun imala miilaa Itti aanaan kantiibaa bulchiinsichaa Harbii Buh fi miseensonni kaabinee akkasumas kutaaleen hawaasaa garagaraa itti hirmaataniin barii kabajamuu kan eegale.
Yeroo ammaa taateewwan garagaraa tokkummaa sabdaneessummaa Dirree Dawaa cimsanii fi marii paanaaliin kabajamaa jira.