Tamsaasa Kallatti:

Pirezidaantiin Baankii Afreeksiim Benediikt Okechuchuu Aramah yaa’ii hawaasa Afriikaa Kaariibiyaan lammaffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufan

Qaammee 2/2017(TOI)- Pirezidaantiin Baankii Afreeksiim Benediikt Okechuchuu Aramah yaa’ii hawaasa Afriikaa Kaariibiyaan lammaffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniiru.

Pirezidaant Benediikt Okechuchuu buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee wayita gahan de’eetaan ministira dhimma alaa ambaasaadar Birhaanu Tsaggaayee simataniiru.

 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015