Tamsaasa Kallatti:

Fiildi maarshaal Birhaanuu Juulaa qajeelcha waliigalaa izzii duulloota wliigalaa addaa haaraa eebbisanii banan

Qaammee 1/2017(TOI)- Etaamaajoor shuumiin waliigalaa humnoota waraanaa RDFI Fiildi maarshaalin Birhaanuu Juulaa qajeelcha waliigalaa izzii duulloota wliigalaa addaa haaraa eebbisanii bananiiru.

Qajeelcha waliigalaa kana olaantummaan to’atee kan ijaarsise qajeelchi olaanaa mahaandisa ittisaa yoo ta’u ijaarsa kana kan raawwate korporeeshinii hojiiwwan konistiraakshinii Itiyoophiyaa akka ta’e ibsameera.

Qajeelchi waliigalaa kun teeknooloojii ‘ICT' dabalatee dirree ispoortii ammayyaa, kuusaa boba’aa, galma walgahii, woorkishooppii waloo fi ijaarsawwan kana fakkaatan ofkeessaa qaba.

Qajeelchi waliigalaa izzii duulootaa addaa aspaaltii keessoo sadarkaasaa eeggate akka ofkeessaa qabu eerameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015