Pirezidaantiin Angoolaa fi dura taa’aan gamtaa Afriikaa kan yeroo Joo’oo Loreenchoo Finfinnee dhufan - ENA Afaan Oromoo
Pirezidaantiin Angoolaa fi dura taa’aan gamtaa Afriikaa kan yeroo Joo’oo Loreenchoo Finfinnee dhufan

Hagayya 1/2017 (TOI)- Pirezidaantiin Angoolaa fi dura taa’aan gamtaa Afriikaa kan yeroo Joo’oo Loreenchoo yaa’ii hawaasa kaariibiyaanii fi jijjiirama haala qilleensaa lammaffarratti hrmaachuuf Finfinnee dhufaniiru
Ministirri dhimma alaa Dr. Geediyoon Ximootiwoos buufata xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun Pirezidaant Joo’oo Loreenchoo simataniiru.
Haala walqabateen ministirri dhimma alaa Angoolaa Teetee Antooniyoo yaa’ii hawaasa kaariibiyaanii fi jijjiirama haala qilleensaa lammaffarratti hrmaachuuf Finfinnee wayita gahan ministirri tuurizimii Salaamaawiit Kaasaa simataniiru.