Pirezidaantiin RDFI Taayyee Atsqasillaasee eksipoo turban daldala“kan Itiyoophiyaa bitadhaa” eebbisanii banan. - ENA Afaan Oromoo
Pirezidaantiin RDFI Taayyee Atsqasillaasee eksipoo turban daldala“kan Itiyoophiyaa bitadhaa” eebbisanii banan.

Hagayya 24/2017(TOI)- Pirezidaantiin RDFI Taayyee Atsqasillaasee eksipoo daldala torbee “kan Itiyoophiyaa bitadhaa” eebbisanii bananiiru.
Eksipoon turban daldala kan Itiyoophiyaa bitadhaa 2017 har’a Hagayya 24 bara 2017 amma Hagayya 29 bara 2017tti nigaggeeffama.
Taorban daldalaa biyyaalessaa “kan Itiyoophiyaa bitadhaa” ministeerri daldalaa fi walitti hidhamiinsa riijinii qopheesse har’a irraa eegalee guyyoota walitti aanan jahaaf mandara qulqullinaatti nigaggeeffama.
Egzibiishinii fi Baazaariin qabeenyaa fi oomishaalee Itiyoophiyaa beeksisus nigaggeeffama.
Pirezidaantiin RDFI Taayyee Atsqasillaasee eksipoo daldalaa biyyaalessaa kan Itiyoophiyaa bitadhaa eebbisanii bananiiru.
Oomishaaleen biyya keessaa nannolee fi bulchiinsota magaalaatti oomishamanii egzibiishiniif dhihaatan daawwatamaniiru.