Ministirri muummee Dr Abiyyi Ahimad hojjettoota waajjira ministira muummee waliin ta’uun biqiltuu dhaaban - ENA Afaan Oromoo
Ministirri muummee Dr Abiyyi Ahimad hojjettoota waajjira ministira muummee waliin ta’uun biqiltuu dhaaban

Adoolessa 01/2017(TOI)- Ministirri muummee Dr Abiyyi Ahimad hojjettoota waajjira ministira muummee waliin ta’uun biqiltuu dhaabaniiru.
Ministirri muummee Ergaa karaa fuula marsariitiisaaniin dabarsaniin, dhaabuun bayyanachuu:har’a obboroo sagantaa keenya ashaaraa magariisaa ittifufuun hojjettoota waajjira ministira muummee waliin ta’uun biqiltuu dhaabnerra jedhaniiru.