Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad deebii fi ibsa mana mareef kennaa jiru - ENA Afaan Oromoo
Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad deebii fi ibsa mana mareef kennaa jiru

Waxabajjii 26/2017(TOI)- Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad gaaffilee miseensota mana maree bakka bu’oota ummataarrraa gaafatamaniif ibsaa fi deebii kennaa jiru.
Manni marichaa walgahii idilee 42ffaa taa’aa jira.
Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad raawwii karoora mootummaa bara bajataa 2017 ilaalchisuun gaaffilee miseensota mana mareerraa gaafatamaniif walgahii kanarratti ibsaa fi deebii kennaa jiru.
Miseensonni mana maree dhimmoota siyaasaa, dinagdee,hawaasummaa, dippilomaasii fi kanneen biroo ilaalchisuuf gaaffii dhiheessaniiru.
Ministirri muummee ibsaa fi deebii erga kennanii booda manni marichaa wixinee bajana federaalaa bara 2018 akka raggaasu ni’eegma.