Piriimerliigiin Itiyoophiyaa Har’a Xumurama  

Caamsaa 19/2017 (TOI)- Piriimerliigiin Itiyoophiyaa Bara 2017 Taphni Torbee 36ffaa Sihul Shiree fi Shaampiyoonaa Kan Ta’e Madin Itiyoophiyaan Har’a Taphataniin ni Xumurama.  

Taphni Garee Lamaanii Guyyaa Keessaa Sa’aati 10tti Istaadiyoomii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti Nigaggeffama.

Sadarkaa Liigii Olaanaatti Kan Gadi Bu’u Sihul Shireen Qabxii 22’n Sadarkaa !7ffaa Irra jira.

Shaampiyoonaa Kan Ta’e Madin Itiyoophiyaan Taphoota 33 Amma Ammaatti Taphateen Al 21 Mo’atee 5 Mo’amee Al 7 Ammoo Walqixa Baheera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015