Baayermuniik Waancaa Addunyaa Kilaboota Fiifaatiin Gara Mo’atanii Darbuutti Galuun Kilaba Jalqabaa Ta’eera.

Waxabajjii 14/2017(TOI)- Baayermuniik Waancaa Addunyaa Kilaboota Fiifaatiin Ramaddii Sadiin Gara Mo’atanii Darbuutti Galuun Kilaba Jalqabaa Ta’eera.

Tapha Waancaa Addunyaa Kilaboota Fiifaa Ramaddii Sadiin Taasifameen Baayermuuniik Bokajuuniyarsiin 2 fi 1n Mo’ateera.

Akkaataa Qabxii Kanaatiin Baayermuunik Qabxii Jahaan Kilaba Jalqabaa Tapha Mo’atanii Darbuutti galuusaa Mirkaneeffate Ta’eera.

Bookaajuuniyarsi Qabxii Tokkoon Ramaddicharraa Sadarkaa Afraffaa Isa Xumuraa Qabateera.

Ramaddii Afuriin Kilabni Tuuniiziyaa Esperansi Kilaba Ameerikaa Los Anjeles FC 1 fi 0n Mo’ateera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015