Sagantaan Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 36ffaa Keessa Deebi’ameera - ENA Afaan Oromoo
Sagantaan Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 36ffaa Keessa Deebi’ameera

Waxabajjii 11/2017 (TOI )-Sagantaa Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 36ffaa Irratti Jijjiiramni Guyyaa fi Sa’aatii Taasifamuusa Waldaan Aksiyoona Liigichaa Beeksise.
Faayyessi Taasifame Kun Taphni Cufiinsaa Kan Xumuraa Kana Haala Addaan Gaggeessuu, Qaqqabama Tamsaasa Kallattii, Qabxiilee Kilabootaa fi Dirreen Taphaa IrraJiran Kan Tilmaama Keessa Galche Ta’uu Hubachiiseera.
Haala Kanaan Sagantaan Torbee 36ffaa Dilbata Waxabajjii 15 bara 2015 Amma Kamisa Waxabajjii 19 Bara 2017tti Guyyoota Walitti Aanan Shaniif Istaadiyoomii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti Akka Gaggeeffamu Beekameera.