Warshaan Bivereejii Keenyaa Naannawa Magaalaa Giinciitti Ijaarame Eebbifame - ENA Afaan Oromoo
Warshaan Bivereejii Keenyaa Naannawa Magaalaa Giinciitti Ijaarame Eebbifame

Waxabajjii 07/2017(TOI)- Warshaan Bivereejii Keenyaa Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa Naannawa Magaalaa Giinciitti Ijaarame Eebbifame.
Pirezidaantiin RDFI Taayyee Atsqasillaasee fi Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa Dabalatee Hooggantoonno Olaanoo Mootummaa Federaalaa fi Jiraattonni Naannawichaa Sirna Eebbaarratti Argamaniiru.
Warshichi Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaaatti Baasii Birrii Biiliyoona 22n Lafa Heektaara 110 Irratti Ijaaramuunsaa Beekameera.
Warshichi Abbootii Aksiyoonii Kuma 4 Caalaniin Kan Hundeeffamee fi Namoota 250 Caalaniif Kallattiin Carraa Hojii Uumuunsaa Himameera.
Akkasumas Dhiheessii Oomishaa fi Kanneen Biroon Karaa Alkallattii Namoota Kuma 1f Carraa Hojiitti Fayyadoo Akka Taasisu Beekameera.