Manni Marichaa Muudama Itti Aanaa Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa fi Miseensota Boordii Hooggansa Hojii Raggaase - ENA Afaan Oromoo
Manni Marichaa Muudama Itti Aanaa Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa fi Miseensota Boordii Hooggansa Hojii Raggaase

Waxabajjii 05/2017(TOI)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Muudama Itti Aanaa Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa fi Miseensota Boordii Hooggansa Hojii Raggaase.
Manni Marichaa Walgahii Idilee 36ffaa Bara Hojii Waggaa 4ffaa Har’a Taa’een Itti Aanaa Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa fi Miseensota Boordii Hooggansa Hojii Raggaaseera.
Haala Kanaan Obbo Tasfaayee Niwaayi Itti Aanaa Walitti Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Akkasumas Obbo Takliit Yimassil fi Adde Nasiim Alii Miseensota Boordii Hooggansaa Hojii Gochuun Muudeera.