Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Bakka Bu’oota Hawaasa Daldalaa Guutuu Biyyaarraa Walitti Dhufan Waliin Mari’atan

Waxabajjii 02/2017(TOI)- Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Bakka Bu’oota Hawaasa Daldalaa Guutuu Biyyaarraa Walitti Dhufan Waliin Mari’atan.

Ministirri Muummee Ergaa Fuula Miidiyaa Hawaasummaa Isaaniirratti Barreessaniin, Bakka Bu’oota Hawaasa Daldalaa Guutuurraa Wlitti Dhufan Waliin Maree Sadarkaa Godinaa fi Magaalotaatti Taasifamanitti iitti fufe Har’a Sadarkaa Federaalaatti Mari’anneerra Jedhan.

Waltajjiin Kun Dhimmootaa fi Yaadota Damee Daldalaa Sadarkaan Walitti qabaman Karoora fi Galmoota Misoomaa Biyyaalesaaf Galtee Akka Ta’aniif kan Qophaa’edha Jechuun Ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015