Jiddugalli Leenjii Izzii Duulaa Addaa Bilaattee Komaandoowwan Bu’uraa Leenjise Eebbisiisaa Jira - ENA Afaan Oromoo
Jiddugalli Leenjii Izzii Duulaa Addaa Bilaattee Komaandoowwan Bu’uraa Leenjise Eebbisiisaa Jira

Caamsaa 30/2017 (TOI)- Jiddugalli Leenjii Izzii Duulaa Addaa Bilaattee Komaandoowwan Bu’uraa Marsaa 43ffaaf Leenjise Eebbisiisaa Jira.
Etaamaajor Shuumiin Humnoota Waraanaa Waliigalaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Itti Aanaa Etaamaajoor Shuumiin Jeneraal Ababaawu Taaddasaa fi Qondaaltonni Waraanaa olaanoon Akkasumas Bulchaan Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Xilahuun Kabbadaa Sirna Eebbaarratti Argamaniiru.
Eebbifamtoonni Kunneen Leenjiiwwan Komaandoo Garagaraa Leenji’uunsaanii Himameera.