Ayyaanni Iid Al Adihaa(Arafaa) 1446ffaan Magaalaa Samaraatti Kabajamaa Jira - ENA Afaan Oromoo
Ayyaanni Iid Al Adihaa(Arafaa) 1446ffaan Magaalaa Samaraatti Kabajamaa Jira
Caamsaa 29/2017(TOI)- Ayyaanni Iid Al Adihaa(Arafaa) 1446ffaan Magaalaa Samaraatti Kabajamaa Jira.
Ayyaanichi Sirnoota Amantaa Amantaa Garagaraan Bakka Abbootiin Amantichaa fi Hordoftoonni Argamanitti Kabajamaa Jira.
Bulchaa Naannoo Affaar Awwal Arbaa Dabalatee Hooggantoonni Naannichaa Olaanoon fi Abbootiin Amantichaa Argamanii Sirnoota Amantaa Garagaraa Raawwachaa Jiru.
Ayyaanni Iid Al Adihaa(Arafaa) Sirnoonni Amantaa Garagaraa Itti Raawwataman, Kan Qabu Kan Hinqabne walii Qooddatee Kan oolu Ayyaana Gammachuuti.