Itti Aanaan Ministira Muummee Tamasgeen Xurunaa Industitii ‘TTK’ Magaalaa Gondoritti Eebbisanii Banan - ENA Afaan Oromoo
Itti Aanaan Ministira Muummee Tamasgeen Xurunaa Industitii ‘TTK’ Magaalaa Gondoritti Eebbisanii Banan

Caamsaa 26/2017(TOI)- Itti Aanaan Ministira Muummee Tamasgeen Xurunaa Industitii ‘TTK’ Zayita Atoo Boonsituu Gartokkeen Calalee Oomishu Magaalaa Gondoritti Eebbisanii Hojii Jalqabsiisaniiru.
Itti Aanaan Ministira Muummee Hojiilee Misoomaa Magaalaa Gondoritti Hojjetamaa Jiran Daawwachuuf Magaalaa Gondar Dhaqaniiru.
Bulchaan Naannoo Amaaraa Araggaa Kabbadaa, Dursaan Itti aanaa Kantiibaa Magaalaa Gondor Chaalaachoo Daanyewu, Hooggantoonni Olaanoo Naannichaa fi Ummanni Magaalichaa Buufata Xiyyaaraa Gondar Mootii Tewoodiroositti Argamuun Simataniiru.
Itti Aanaan Ministira Muummee Tamasgeen Xurunaa Industitii ‘TTK’ Zayita Atoo Boonsituu Gartokkeen Calalee Oomishu Magaalichatti Eebbisanii Hojii Jalqabsiisaniiru.
Industiriin Kun Birrii Miiliyoona 374n Kan Ijaarame Yoo Ta’u Guyyaatti Daakuu Atoo Boonsituu Toonii 120 fi Zayitii nyaachaa gartokkeen Calalame Oomishuu Akka Danda’u Ibsameera.