Mnistirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Hojiilee Qaama Misoomaa Tola Ooltummaa Gannaa Magaalaatti Jalqabaman Baadiyyaan Walitti Hidhuu Ta’e Hojii Misooma Misooma Kooriidarii Baadiyyaa Jalqabsiisan. - ENA Afaan Oromoo
Mnistirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Hojiilee Qaama Misoomaa Tola Ooltummaa Gannaa Magaalaatti Jalqabaman Baadiyyaan Walitti Hidhuu Ta’e Hojii Misooma Misooma Kooriidarii Baadiyyaa Jalqabsiisan.

Caamsaa 26/2017(TOI)- Mnistirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Hojiilee Qaama Misoomaa Tola Ooltummaa Gannaa Magaalaatti Jalqabaman Baadiyyaan Walitti Hidhuu Ta’e Hojii Misooma Misooma Kooriidarii Baadiyyaa Jalqabsiisaniiru.
Ministirri Muummee Ergaa Fuula Marsariitii Isaaniirratti Dabarsaniin,Sagantaan Jalqabsiisa Mandara Jireenyaa Qonnaan Bultoota Moodalaa Kooridara Baadiyyaa Naannoo Jiddugala Itiyoophiyaa Godina Hadiyyaa Aanaa Leemoo Ganda Dubbanchootti Jaalqabameera Jedhaniiru.
Mandaroonni Agarsiiftuu Kunneen Ijaaramuunsaanii Qonnaan Bulaan Qonna Qotaa Jireenya Fooyya’aa Akka Jiraatu Kan Dandeessisan Ta’uu Ministirri Muummee Ibsaniiru.