Magaalaan Hawaasaa Injifate - ENA Afaan Oromoo
Magaalaan Hawaasaa Injifate

Caamsaa 23/2017 (TOI)-Sagantaa Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 32ffaan Magaalaan Hawaasaa Machaal 3 fi 1n Mo’ateera.
Tapha Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti Taphatameen Magaalaan Hawaasaa Machaaliin Mo’ateera.
Magaalaan Hawaasaa Qabxii 41n sadarkaasaa 9ffaatti Guddsiseera.Tapha Liigichaan yeroo 10 Mo’ateera.
Machaal Liigichaan Al 7 mo’amee Qabxii 43n Sadarkaa &ffaa Irra Jira.
Sagantaa Xumuraa Torbee 32ffaan Galgala Sa’aatii 12 Irratti Maqalee 70 Indartaa Faasil Kanamaa Waliin Nitaphatu.