Sagantaan Piriimer Liigii 32ffaan Har’a Xumurama - ENA Afaan Oromoo
Sagantaan Piriimer Liigii 32ffaan Har’a Xumurama

Caamsaa 23/2017(TOI)-Oolmaa Guyyaa Xumuraa Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 32ffaan Taphoonni Lama Nitaphatamu.
Jalqaba Machaalii fi Magaalaan Adaamaa Guyyaa Sa’aatii 9tti Isaadiyeemii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti nitaphatu.
Machaal Qabxii 43n Sadarkaa 8ffaa Irra yoo Jiraatu Magaalaan Hawaasaa Qabxii 38n qabxii 38n Sadarkaa 12ffaa Qabateera.
Sagantaa Xumuraa Torbee 32ffaan Galgala Sa’aatii 12tti Maqalee 70 Indartaan Faasil Kanamaa Waliin Nitaphatu.
Maqalee 70 Indartaan Qabxii 33n Sadarkaa 15ffaa Qabatee Sadarkaa Gadi Bu’aa Keessa Yoo Jiraatu,Faasiil Kanamaan Qabxii 36n Sadarkaa 13ffaa Qabateera.