Madin Itiyoophiyaan Qabxii Dorgommii Waancaaf Taasifamuuf Isa Gargaaru Sdii Milkeesseera - ENA Afaan Oromoo
Madin Itiyoophiyaan Qabxii Dorgommii Waancaaf Taasifamuuf Isa Gargaaru Sdii Milkeesseera

Caamsaa 20/2017(TOI)- Madin Itiyoophiyaan Tapha Jalqabaa Torbee 32ffaan Qabxii Dorgommii Waancaaf Taasifamuuf Isa Gargaaru Murteessaa Sdii Milkeesseera.
Tapha Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti Taphatameen Waganee Gazzaaheny, Abubakar Saanii fi Taphataan Sarara Duraa Buna Sidaamaa Birhaanuu Baqqalaa Garee Isaarratti Galcheen Goolii Ittiin Mo’ate Galchaniiru.
Akkaataa Qabxii Kanaan Madin Itiyoophiyaan Qabxii 63n Dursa Qabate Cimsateera. Taphaa Liigichaan Injifannoosaa 19n Gaheera.
Madin Garaagarummaa Hordofaasaa Buna Itiyoophiyaa waliin qabu Sagalitti Guddifateera.
Bunni Sidaamaa Qabxii 46n Sadarkaa Afraffaarra Jira.
Magaalaan Bahaar Dar Magaalaa Arba Minci Waliin galgala Sa’aatii 12tti Nitaphatu.