Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Inistiitiyuutii  Saayinsii Hawaa Fi Jii’oospaashaalii Daawwatan

Caamsaa 20/2017(TOI)- Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Inistiitiyuutii  Saayinsii Hawaa Fi Jii’oospaashaalii Guyyaa Har’aa Daawwataniiru.

Inistiitiyuutichi Dhaabbata Odeeffannoowwan Lafarraa Amma Hawaatti Jiran Xiinxaluun qo’annoo Adeemsisu ta’uun Ibsameera.

Hojiileen Qu’annoo Karaa Saayinsaawaa Xiinxaluun Hojiilee Raagaan Duraa fi Raaguu Hojjechuun Dhaabbilee Garagaraa Akka Ittifayyadaman akka dandeessisu Odeeffannoon Waajjira Ministira Muummeerraa Argame Nimul’isa.

Qorannoo fi Qu’annoon Jii’oospaashaalii Daleelee Garagaraan Kan hundeeffame Yoo Ta’u, Hojiileen Xiinxalaa fi Qu’annoo Dameelee Garagaraan Raawwataman Daawwatamaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015