Itiyoophiyaan Misooma Magariisaa fi Damee Konistiraakshiniin Carraa hojii bal’aa uumaa jirti - ENA Afaan Oromoo
Itiyoophiyaan Misooma Magariisaa fi Damee Konistiraakshiniin Carraa hojii bal’aa uumaa jirti

Caamsaa19/2017(TOI)-Itiyoophiyaan misooma magariisaa fi Damee Konistiraakshiniin Carraa Hojii Bal’aa Uumuunshee Kan Dinqisiifamudha Jedhan Dhaabbata Hojii Addunyaatti hoggantuun Kutaa Hojii, Misoomaa fi Invastimantii Miitoo TisuuKamoto Ibsan.
Itiyoophiyaan walga’ii Ardii dhaabbata hojii Idil Addunyaa 20ffaa gahumsaan keessummeessuu Isheef hirmaattota irraa beekamtii argatteetti
Misooma Magariisaa, Bakkeewwan Tuurizimii, Paarkiiwwan Industirii fi Pirojektoota Misooma Kooriidarii Daawwachuun Itiyoophiyaan Carraa Hojii UUmuu fi Misooma Egereef Xiyyeeffannoo Kennuushee Mirkaneessaniiru.
Hoogganaan Kutaa Hojii, Misoomaa Fi Invastimantii Dhaabbata Hojii Addunaa Miitoo Tisukamootoo TOItti akka himanitti, Dameen Konistiraakshinii Finfinneetti Eegalame Carraa hojii hedduu uumuusaa Kan Dinqisiifamudha.
Finfinnee Kanin Dhufe Waggaa Saddet Dura Wayita ityoophiyaan Walgahii Ardii Daabbata Hojii Addunyaa 17ffaa Keessummeessitu Ture Kna jedhan Hooggantuun Kun, Yeroo ammaa Jijjiirama Dinqisiisaa Arguusaanii Ibsaniiru.