Magaalaan Hawaasaa injifannoo murteessaa gonfate - ENA Afaan Oromoo
Magaalaan Hawaasaa injifannoo murteessaa gonfate

Caamsaa 04/2017(TOI)- Magaalaan Hawaasaa piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 29ffaan magaalaa Arbaa Minci 1 fi 0’n mo’ateera.
Tapha Istaadiyeemii hawaasaatti taphatameen magaalaan hawaasaa injifateera.
Haala Kanaan magaalaan Hawaasaa liigichaan walduraa duubaan injifateera. Qabxii 34’n sadarkaa 13 irraa gara 12ffaatti guddifateera.
Magaalaan Arbaa Miinci liigichaan yeroo 12ffaaf mo’amee qabxii 35’n sadarkaa 11ffaa qabateera.
Itiyoo Elektiriikii fi Bunni Sidaamaa sa’aatii 12 irraa eegalee taphachaa jiru.