Ayyaanni Injifannoo Ruusiyaa 80ffaan Mooskoo ‘Qayyi Addabaabayitti” kabajamaa jira

Caamsaa 01/2017(TOI)- Ayyaanni Injifannoo 80ffaan gamtaan Sooviyeet duraanii waraana addunyaa lammaffaarratti gonfatte magaalaa Ruusiyaa Mooskoo ‘Qayyi Addabaabayitti” kabajamaa jira.

Pirezidaantii RDFI Taayyee Atsqasillaasee dabalatee hooggantoonni biyyoota addunyaa hedduun argamaniiru.
 

Akkaataa odeeffannoo agabaasaan TOI bakkarraa nuun gaheen, ayyaana injifannoo kana ilaalchisuun hiraattonnii kuma hedduutti lakkaa’amanii fi loltoonni hiriiran addababayii kanatti argamaniiru.

Agarsiifni loltoonni agarsiisaa jiran ayyaanichi akka dammaqu taasiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015