Bunni Sidaamaa fi Machaal walqixa bahan - ENA Afaan Oromoo
Bunni Sidaamaa fi Machaal walqixa bahan

Ebla 30/2017(TOI)- sagantaa piriimer liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Bunni Sidaamaa fi Machaal galchii lamaa fi lamaan walqixa bahan
Akkataa qabxii Kanaan Bunni Sidaamaa qabxii 37’n sadarkaa 9ffaa yoo qabatu, Machaal qabxii 40’n sadarkaasaa jahaffaarraa 5ffaatti guddifateera.
Kanumaan walqabatee tapha torbee 28ffaa har’a taphatameen magaalaan Hawaasaa magaalaa Dirree Dawaa galchii 1 fi 0’n mo’ateera.