Manni Maree Magaalaa Finfinnee walga’ii Idilee 3ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jira. - ENA Afaan Oromoo
Manni Maree Magaalaa Finfinnee walga’ii Idilee 3ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jira.

Ebla 22/2017 (TOI)-Manni Maree Magaalaa Finfinnee walga’ii Idilee 3ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessaa jira .
Waltajjicha irratti Miseensonni mana maree gaaffiiwwan adda addaa kan kaasan yoota’u, kantiibaa Adaanech Abeebee dabalatee hoggantoonni hojii isaan ilaallatu deebii fi ibsa kan itti kennan ta’a.
Manni Marichaa oolmaa isaatiin baajata dabalataa kan raggaasissu yoo ta’u, muudama adda addaa akka raggaasus ni’eegama.