Itti aanaan ministira muummee Tamasgeen Xurunaa hojii misoomaa Kombolchaa nidaawwatu

Ebla 21/2017 (TOI)- Itti aanaan ministira muummee Tamasgeen Xurunaa hojiilee misoomaa adda addaa Kombolchaatti hojjetaman nidaawwatu.

Itti aanaa ministira muummee turtii isaaniitiin, hojiilee misoomaa garagaraa naannawichatti hojjetamaa jiran nidaawwatu.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015