Sirni Awwaalchaa Poop Firaansiis raawwatame - ENA Afaan Oromoo
Sirni Awwaalchaa Poop Firaansiis raawwatame

Ebla 18/2017 (TOI)- Sirni Awwaalchaa phaaphaasii Phaaphaasotaa bataskaana Kaatolikii Roomaa Poop Firaansiis raawwatameera.
Gaggeessitoonni biyyoota hedduu fi Mootonni biyyoota garagaraas sirna awwaalchaa kanarratti argamaniiru.
Hordoftoonni amantaa Kaatolikii kuma kudhan ta’anii fi namoonni addunyaarraa dhufan sirna kanarratti argamaniiru.
Reeffi Poop Firaansis batankaana Santaa Maariyaa Maajooree (Baaziiliik)Roomitti argamutti boqoteera.
Phaaphaasichi dhibee sombaatiin Wixata darbe waggaa 88tti mana jireenyaasaaniitti addunyaa kanarraa boqochuunsaanii niyaadatama.