Yaa’iin idilee mana maree naannoo Gaambeellaa hooggantoota muude

Bitootessa 16/2017(TOI)- Yaa’iin idilee 7ffaa bara hojii 4ffaa mana maree naannoo Gaambeellaa hooggantoota muude.

Yaa’iin Mana maree hooggantoota kan muude hooggansa bakka jijjiiruu dhihaateef irratti erga mari’atee boodadha.

Haala Kanaan adde Masarat Maatiwoos af-yaa’ii mana maree gochuun muudeera.

Obbo Juul Naangaal ammoo itti aanaa af-yaa’ii mana maree naannihaa gochuun muudamasaanii ilaalee raggaaseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015