Tamsaasa Kallatti:

Pirezidaantiin Naayijeeriyaa Boolaa Ahimad Tunubu yaa’ii hooggantoota gamtaa Afriikaa 38ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufan

Guraandhala 7/2017(TOI )- Pirezidaantiin rippaabiliikii Naayijeeriyaa Boolaa Ahimad Tunubu yaa’ii hooggantoota gamtaa Afriikaa 38ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniiru.

Hooggantoonni ministeera dhimma alaa olaanoon buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun Pirezidaanticha simataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015