Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Roobee Baaleetti buufata xiyyaara Waaqoo Guutuutti tarminaala keessummeesa imaaltotaa eebbisiise - ENA Afaan Oromoo
Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Roobee Baaleetti buufata xiyyaara Waaqoo Guutuutti tarminaala keessummeesa imaaltotaa eebbisiise

Muddee 27/ 2017 (TOI) - Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Roobee Baaleetti buufata Xiyyaaraa Waaqoo Guutuutti tarminaala bakka keessummeessa imaltoota ijaarsise eebbisiise.
Sirna eebbaa kanarratti pieezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi hoji gaggeessaan olaanaa garee daandiiwwan qilleensaa Itoophiyaa obbo Masfin Xaasaw dabalatee hoggantoonni olaanoo mootummaa federaalaa fi naannoon argamaniiru.
#Itoophiyaa #Oromiyaa #DaandiiQilleensaaItoophiyaa