Obbo Binnaalif Andu'aaleem ambaasaaddara ta'anii muudaman.

Obbo Binnaalif Andu'aaleem ambaasaaddara ta'anii muudaman.

Sadaasa 23/2017(TOI) - Ministirri Nageenyaa duraanii obbo Binnaalif Andu'aaleem ambaasaaddara ta'anii muudaman.

Wajjirri Pirezidaantii FDRI ibsa TOI'f ergeen akka beeksisetti obbo Binnaalif Andu'aaalem Sadaasa 23/2017 irraa eegaluun ambaasaaddara guutuu ta'uun muudamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015